Magaalaa Walisootti Buufatni Konkolaataa Qindaawaa eebbifame. –

Magaalaa Walisootti Buufatni Konkolaataa Qindaawaa eebbifame.

===================

Buufatichi baasii Birrii miiliyoona 600 oliin kan ijaarrame yoo ta’uu lafa heektaara 2.5 irratti kan ijaarrameedha.

Scroll to Top
×